Main Rirriittaa (Seenaa Iccita Jireenya Maa'ikelaawwiifi Qaallittii)

Rirriittaa (Seenaa Iccita Jireenya Maa'ikelaawwiifi Qaallittii)

5.0 / 5.0
0 comments
"Qomoon kiyya ktaabakoo 'HIREE GALGALA' jedhu harkaa qabdanitti waa'eekoo ibsuun barbaachisaa miti. 'RIRRIITTAA' kitaabni jedhu kunis dhalakoo lammaffaadha. Miixannaa roorroo keessaa maddite. Muuxannoon dararama ani waggaa sadiifi abbaan manaakoo waggaa saddeet mana adabaa keessatti dabaraa jirrutu akka kitaabni kun abuuramtu taasiseera. Bilisa taanee dhalannee bilisa taanee jiraachuu dadhabnus, bilisummaa keenyaaf qabsa'aa du'uu irraa humni nu dhorku hin jiru; hin juraatus; kanaafuu 'HIREEN GALGALAA fi RIRRIITTA'n qomoo kiyyaaf seenaa taatee naaf haajirattuu!!"
Request Code : ZLIBIO3560202
Categories:
Year:
2014
Language:
Afaan Oromoo (Oromo)
Pages:
180

Comments of this book

There are no comments yet.